Naannoo Somaalee Itoophiyaa waggoota 10n darbaniif bulchaa kan turaniifi sarbama mirgoota namoomaa hedduuf komatamaa turan Abdii Mohaammad Umar hara to'annaa jala olfamuusaanii dhagahame. EBCn akka ...